Al-A'raf · 56/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
وَلَا تُفْسِدُوا فِي الْأَرْضِ بَعْدَ إِصْلَاحِهَا وَادْعُوهُ خَوْفًا وَطَمَعًا ۚ إِنَّ رَحْمَتَ اللَّهِ قَرِيبٌ مِّنَ الْمُحْسِنِينَ ۝٥٦
Wa laa tufsidoo fil ardi ba`da islaahihaa wad`oohu khawfanw wa tama`aa; inna rahmatal laahi qareebum minal muhsineen
📖 Afaan Oromoon
Dachii irrattis erga isheen toltee booda hin balleessinaaSodaafi kajeellaadhaan Isa kadhaaDhugumatti, rahmanni Rabbii warra toltuu hojjatanutti dhihoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Suuratu Al-A'raf

54إِنَّ رَبَّكُمُ اللَّهُ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ فِي سِتَّةِ أَيَّامٍ ثُمَّ اسْتَوَىٰ عَلَى الْعَرْشِ يُغْشِي اللَّيْلَ النَّهَارَ يَطْلُبُهُ حَثِيثًا وَالشَّمْسَ وَالْقَمَرَ وَالنُّجُومَ مُسَخَّرَاتٍ بِأَمْرِهِ ۗ أَلَا لَهُ الْخَلْقُ وَالْأَمْرُ ۗ تَبَارَكَ اللَّهُ رَبُّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, Gooftaan keessan Rabbii Isa samiifi dachii guyyoota jaha keessatti uumee ergasii Arshii irratti (ol ta’iinsa isaaf malu) ol ta’eedhaHaala ariitiidhaan isa barbaada taeen halkaniin guyyaa haguugaAduu, ji’aafi urjiiwwanis kan ajaja Isaatiin laaffifaman taanii (isaan uume)Dhagayaa! Uumuuniifi ajajnis kan IsaatiRabbiin Gooftaa aalamaa ta’e toltuun isaa baay’ate
55ادْعُوا رَبَّكُمْ تَضَرُّعًا وَخُفْيَةً ۚ إِنَّهُ لَا يُحِبُّ الْمُعْتَدِينَ
Gooftaa keessan gadi of qabuufi dhoksaadhaan kadhaaDhugumatti, Inni daangaa dabritoota hin jaalatu
56وَلَا تُفْسِدُوا فِي الْأَرْضِ بَعْدَ إِصْلَاحِهَا وَادْعُوهُ خَوْفًا وَطَمَعًا ۚ إِنَّ رَحْمَتَ اللَّهِ قَرِيبٌ مِّنَ الْمُحْسِنِينَ
Dachii irrattis erga isheen toltee booda hin balleessinaaSodaafi kajeellaadhaan Isa kadhaaDhugumatti, rahmanni Rabbii warra toltuu hojjatanutti dhihoodha
57وَهُوَ الَّذِي يُرْسِلُ الرِّيَاحَ بُشْرًا بَيْنَ يَدَيْ رَحْمَتِهِ ۖ حَتَّىٰ إِذَا أَقَلَّتْ سَحَابًا ثِقَالًا سُقْنَاهُ لِبَلَدٍ مَّيِّتٍ فَأَنزَلْنَا بِهِ الْمَاءَ فَأَخْرَجْنَا بِهِ مِن كُلِّ الثَّمَرَاتِ ۚ كَذَٰلِكَ نُخْرِجُ الْمَوْتَىٰ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ
Inni Isa bubbeewwan gammachiisaa taasisee rahmata Isaa dura erguudhaYeroo isheen duumessa ulfaataa baadhatte gara biyya duuteetti oofna; bishaan isatti buusuun fuduraalee hunda baafneAkka isin gorfamtaniif jecha akka kanatti du’aa (awwaala irraa) kaafna
58وَالْبَلَدُ الطَّيِّبُ يَخْرُجُ نَبَاتُهُ بِإِذْنِ رَبِّهِ ۖ وَالَّذِي خَبُثَ لَا يَخْرُجُ إِلَّا نَكِدًا ۚ كَذَٰلِكَ نُصَرِّفُ الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَشْكُرُونَ
Biyyi gaariin biqilaan isaa hayyama Gooftaa isaatiin bahaInni bade immoo (biqilaan isaa) dadhabbiidhaan malee hin bahuAkka kanatti keeyyattoota namoota galateeffataniif addeessina
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 56

Suuratu Al-A'raf Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dachii irrattis erga isheen toltee booda hin balleessinaaSodaafi kajeellaadhaan Isa…

Suuratu Aayah 56/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers