Al-A'raf · 60/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِهِ إِنَّا لَنَرَاكَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ ۝٦٠
Qaalal mala-u min qaw miheee innaa lanaraaka fee dalaalim mubeen
📖 Afaan Oromoon
Qondaalonni ummata isaa irraa ta’an "Dhugumatti, nuti jallina ifa galaa keessatti si argina" jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 58-62 — Suuratu Al-A'raf

58وَالْبَلَدُ الطَّيِّبُ يَخْرُجُ نَبَاتُهُ بِإِذْنِ رَبِّهِ ۖ وَالَّذِي خَبُثَ لَا يَخْرُجُ إِلَّا نَكِدًا ۚ كَذَٰلِكَ نُصَرِّفُ الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَشْكُرُونَ
Biyyi gaariin biqilaan isaa hayyama Gooftaa isaatiin bahaInni bade immoo (biqilaan isaa) dadhabbiidhaan malee hin bahuAkka kanatti keeyyattoota namoota galateeffataniif addeessina
59لَقَدْ أَرْسَلْنَا نُوحًا إِلَىٰ قَوْمِهِ فَقَالَ يَا قَوْمِ اعْبُدُوا اللَّهَ مَا لَكُم مِّنْ إِلَٰهٍ غَيْرُهُ إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Dhugumatti, Nuti Nuuhiin gara ummata isaatti erginee "Yaa ummata kiyya! Rabbiin qofa gabbaraaIsa malee gabbaramaan biraa isiniif hin jiruDhugumatti, ani adabbii guyyaa guddaan isin irratti sodaadha" jedheen
60قَالَ الْمَلَأُ مِن قَوْمِهِ إِنَّا لَنَرَاكَ فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Qondaalonni ummata isaa irraa ta’an "Dhugumatti, nuti jallina ifa galaa keessatti si argina" jedhan
61قَالَ يَا قَوْمِ لَيْسَ بِي ضَلَالَةٌ وَلَٰكِنِّي رَسُولٌ مِّن رَّبِّ الْعَالَمِينَ
(Nuuhis) ni jedhe: "Yaa ummata kiyya! Ani jallinni homaatuu natti hin jiruGaruu ani ergamaa Gooftaa aalamaa irraa ta’eedha
62أُبَلِّغُكُمْ رِسَالَاتِ رَبِّي وَأَنصَحُ لَكُمْ وَأَعْلَمُ مِنَ اللَّهِ مَا لَا تَعْلَمُونَ
Ergaa Gooftaa kiyyaan isin dhaqqabsiisa; toltuus isiniifin yaadaRabbi irraahis waan isin hin beeknen beeka
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
60Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 60

Suuratu Al-A'raf Aayah 60 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qondaalonni ummata isaa irraa ta’an "Dhugumatti, nuti jallina ifa galaa…

Suuratu Aayah 60/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 58–62. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers