Al-A'raf · 91/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
فَأَخَذَتْهُمُ الرَّجْفَةُ فَأَصْبَحُوا فِي دَارِهِمْ جَاثِمِينَ ۝٩١
Fa akhazat humur rajfatu fa asbahoo fee daarihim jaasimeen
📖 Afaan Oromoon
Yeroma san sochiin (kirkirri) dachii isaan qabatte; manneen isaanii keessatti jilbeenfatoo taanii (duanii) bariisifatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 89-93 — Suuratu Al-A'raf

89قَدِ افْتَرَيْنَا عَلَى اللَّهِ كَذِبًا إِنْ عُدْنَا فِي مِلَّتِكُم بَعْدَ إِذْ نَجَّانَا اللَّهُ مِنْهَا ۚ وَمَا يَكُونُ لَنَا أَن نَّعُودَ فِيهَا إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ رَبُّنَا ۚ وَسِعَ رَبُّنَا كُلَّ شَيْءٍ عِلْمًا ۚ عَلَى اللَّهِ تَوَكَّلْنَا ۚ رَبَّنَا افْتَحْ بَيْنَنَا وَبَيْنَ قَوْمِنَا بِالْحَقِّ وَأَنتَ خَيْرُ الْفَاتِحِينَ
Nuti yoo erga Rabbiin sana irraa nu baraarsee booda gara amantii keessanii deebine, Dhugumatti, Rabbiin irratti kijiba uumnee jirraYoo Rabbiin, Gooftaan keenya fedhe malee ishee keessatti deebi’uun nuuf hin taaneGooftaan keenya beekumsaan waan hunda marsee jiraRabbi irratti hirkannee jirra(Yaa) Gooftaa keenya! Gidduu keenyaafi gidduu namoota keenyaatti dhugaan murteessi; Ati irra caalaa warra murteessaniiti" (jedhe)
90وَقَالَ الْمَلَأُ الَّذِينَ كَفَرُوا مِن قَوْمِهِ لَئِنِ اتَّبَعْتُمْ شُعَيْبًا إِنَّكُمْ إِذًا لَّخَاسِرُونَ
Ummata isaa irraa qondaalonni warra kafaranii "isin yoo Shu’aybiin hordoftan, Dhugumatti, isin yeroo san hoonga’oo dha" jedhan
91فَأَخَذَتْهُمُ الرَّجْفَةُ فَأَصْبَحُوا فِي دَارِهِمْ جَاثِمِينَ
Yeroma san sochiin (kirkirri) dachii isaan qabatte; manneen isaanii keessatti jilbeenfatoo taanii (duanii) bariisifatan
92الَّذِينَ كَذَّبُوا شُعَيْبًا كَأَن لَّمْ يَغْنَوْا فِيهَا ۚ الَّذِينَ كَذَّبُوا شُعَيْبًا كَانُوا هُمُ الْخَاسِرِينَ
Warri Shu’aybiin kijibsiisan akka waan ishee keessa hin turree ta’anWarri Shu’aybiin kijibsiisan isaan hoonga’oo ta’an
93فَتَوَلَّىٰ عَنْهُمْ وَقَالَ يَا قَوْمِ لَقَدْ أَبْلَغْتُكُمْ رِسَالَاتِ رَبِّي وَنَصَحْتُ لَكُمْ ۖ فَكَيْفَ آسَىٰ عَلَىٰ قَوْمٍ كَافِرِينَ
(Shu’ayb) isaan irraa gara galee "yaa ummata kiyya! Ani ergaa Gooftaa kiyyaa isin dhaqqabsiiseeraToltuus isiniif dhaameeraKanaafuu ani ummata kafaran irratti akkamittiin gadda!" jedhe
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
91Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 91

Suuratu Al-A'raf Aayah 91 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma san sochiin (kirkirri) dachii isaan qabatte; manneen isaanii keessatti…

Suuratu Aayah 91/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 89–93. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers