Al-Qiyamah · 10/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
يَقُولُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ أَيْنَ الْمَفَرُّ ۝١٠
Yaqoolul insaanu yaw ma `izin aynal mafarr
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Qiyamah

8وَخَسَفَ الْقَمَرُ
(Yeroo) jiini ifa dhabu (gaddiddaa’u)
9وَجُمِعَ الشَّمْسُ وَالْقَمَرُ
Aduufi jiinis walitti qabamu
10يَقُولُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ أَيْنَ الْمَفَرُّ
Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha
11كَلَّا لَا وَزَرَ
Dhorgamaa! (Guyyaa san) iddoon baqaa hin jiru
12إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمُسْتَقَرُّ
Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 10

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa san namni "bakki baqaa eessa?" jedha

Suuratu Aayah 10/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers