Al-Qiyamah · 39/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
فَجَعَلَ مِنْهُ الزَّوْجَيْنِ الذَّكَرَ وَالْأُنثَىٰ ۝٣٩
Faja`ala minhuz zawjayniz zakara wal unsaa
📖 Afaan Oromoon
Isa irraas cimdii lama, dhiiraafi dhalaa, taasise

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-40 — Suuratu Al-Qiyamah

37أَلَمْ يَكُ نُطْفَةً مِّن مَّنِيٍّ يُمْنَىٰ
Sila inni bishaan saalaa kan dhangalaafamu irraa taee hin turree
38ثُمَّ كَانَ عَلَقَةً فَخَلَقَ فَسَوَّىٰ
Ergasii dhiiga ititaa taeeti (nama godhee) uumee guute
39فَجَعَلَ مِنْهُ الزَّوْجَيْنِ الذَّكَرَ وَالْأُنثَىٰ
Isa irraas cimdii lama, dhiiraafi dhalaa, taasise
40أَلَيْسَ ذَٰلِكَ بِقَادِرٍ عَلَىٰ أَن يُحْيِيَ الْمَوْتَىٰ
Sila (Rabbiin akkas godhe) sun duaa jiraachisuu irratti dandaaa mitii
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 39

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa irraas cimdii lama, dhiiraafi dhalaa, taasise

Suuratu Aayah 39/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 37–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers