An-Naba · 35/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
لَّا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا كِذَّابًا ۝٣٥
Laa yasma`oona fiha lagh waw walaa kizzaba
📖 Afaan Oromoon
Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhagaanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 33-37 — Suuratu An-Naba

33وَكَوَاعِبَ أَتْرَابًا
Dubartoota harma guntuttuu hiriyaa taantu [jiru]
34وَكَأْسًا دِهَاقًا
Geeba (xoofoo) guutamtuu
35لَّا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا كِذَّابًا
Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhagaanu
36جَزَاءً مِّن رَّبِّكَ عَطَاءً حِسَابًا
Mindaa Gooftaa kee irraa ta’e kennaa ga’aa [mindeeffaman]
37رَّبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا الرَّحْمَٰنِ ۖ لَا يَمْلِكُونَ مِنْهُ خِطَابًا
Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan tae [irraa mindeeffaman]Isaa wajjin dubbachuu hin dandaanu
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — An-Naba 35

Suuratu An-Naba Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhagaanu

Suuratu Aayah 35/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers