Yunus · 34/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
قُلْ هَلْ مِن شُرَكَائِكُم مَّن يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ۚ قُلِ اللَّهُ يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ۖ فَأَنَّىٰ تُؤْفَكُونَ ۝٣٤
Qul hal min shurakaaa `ikum mai yabda`ul khalqa suma yu`eeduh; qulil laahu yabda`ul khalqa summa yu`eeduhoo fa annaa tu`fakoon
📖 Afaan Oromoon
“Sila warra isin Rabbii wajjiin gabbartan irraa warri uumama jalqabee, ergasii deebisu jiraa?” jedhi“Rabbiin uumama jalqabeeti, ergasiis deebisaAkkamumatti gara galfamtu?” jedhi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 32-36 — Yunus

32فَذَٰلِكُمُ اللَّهُ رَبُّكُمُ الْحَقُّ ۖ فَمَاذَا بَعْدَ الْحَقِّ إِلَّا الضَّلَالُ ۖ فَأَنَّىٰ تُصْرَفُونَ
Sun Allaah, Gooftaa keessan, kan dhugaatiDhugaa booda jallina malee maaltu jira? Akkamumatti irraa gara galfamtu
33كَذَٰلِكَ حَقَّتْ كَلِمَتُ رَبِّكَ عَلَى الَّذِينَ فَسَقُوا أَنَّهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Akka kanatti jechi Gooftaa keetii, warra fincilan irratti amanuu dhabuun mirkanoofte
34قُلْ هَلْ مِن شُرَكَائِكُم مَّن يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ۚ قُلِ اللَّهُ يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ ۖ فَأَنَّىٰ تُؤْفَكُونَ
“Sila warra isin Rabbii wajjiin gabbartan irraa warri uumama jalqabee, ergasii deebisu jiraa?” jedhi“Rabbiin uumama jalqabeeti, ergasiis deebisaAkkamumatti gara galfamtu?” jedhi
35قُلْ هَلْ مِن شُرَكَائِكُم مَّن يَهْدِي إِلَى الْحَقِّ ۚ قُلِ اللَّهُ يَهْدِي لِلْحَقِّ ۗ أَفَمَن يَهْدِي إِلَى الْحَقِّ أَحَقُّ أَن يُتَّبَعَ أَمَّن لَّا يَهِدِّي إِلَّا أَن يُهْدَىٰ ۖ فَمَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
“Sila warra isin Rabbii wajjin gabbartan irraa warri gara haqaatti qajeelchu jiraa?” jedhi“Rabbiin gara haqaatti qajeelchaSila Isa gara haqaatti qajeelchutu hordofamuu mirga godhatamoo isa yoo qajeelfame malee, qajeeluu hin dandeenyee dha? Sila isin maaltu isinii jiraaf akkuma feetan murteessitu?” jedhi
36وَمَا يَتَّبِعُ أَكْثَرُهُمْ إِلَّا ظَنًّا ۚ إِنَّ الظَّنَّ لَا يُغْنِي مِنَ الْحَقِّ شَيْئًا ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلِيمٌ بِمَا يَفْعَلُونَ
Irra hedduun isaaniis shakkii malee hin hordofanDhugumatti, shakkiin dhugaa irraa homaa hin duroomsuDhugumatti, Rabbiin beekaa waan isaan hojjataniiti
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Yunus 34

Suuratu Yunus Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Sila warra isin Rabbii wajjiin gabbartan irraa warri uumama jalqabee,…

Suuratu Aayah 34/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers