Al-Hijr · 59/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
إِلَّا آلَ لُوطٍ إِنَّا لَمُنَجُّوهُمْ أَجْمَعِينَ ۝٥٩
Illaaa Aala Loot; innaa lamunajjoohum ajma`een
📖 Afaan Oromoon
“Garuu maatii Luux dhugumatti, nuti hunduma ta’anii isaan baraarsoodha.”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 57-61 — Suuratu Al-Hijr

57قَالَ فَمَا خَطْبُكُمْ أَيُّهَا الْمُرْسَلُونَ
“Isin yaa warra ergamtootaa! Dhimmi (haalli) keessan maali?” jedheen
58قَالُوا إِنَّا أُرْسِلْنَا إِلَىٰ قَوْمٍ مُّجْرِمِينَ
“Nuti dhugumatti, gara ummata yakkamtootaatti ergamne” jedhan
59إِلَّا آلَ لُوطٍ إِنَّا لَمُنَجُّوهُمْ أَجْمَعِينَ
“Garuu maatii Luux dhugumatti, nuti hunduma ta’anii isaan baraarsoodha.”
60إِلَّا امْرَأَتَهُ قَدَّرْنَا ۙ إِنَّهَا لَمِنَ الْغَابِرِينَ
“Niitii isaa malee; Nuti (adaba keessatti) haftoota irraa ta’uu ishee murteessine.”
61فَلَمَّا جَاءَ آلَ لُوطٍ الْمُرْسَلُونَ
Yeroma ergamoonni maatii Luuxitti dhufanu
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
59Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 59

Suuratu Al-Hijr Aayah 59 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Garuu maatii Luux dhugumatti, nuti hunduma ta’anii isaan baraarsoodha.”

Suuratu Aayah 59/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 57–61. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers