Al-Hijr · 64/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَأَتَيْنَاكَ بِالْحَقِّ وَإِنَّا لَصَادِقُونَ ۝٦٤
Wa atainaaka bilhaqqi wa innaa lasaadiqoon
📖 Afaan Oromoon
“Dhugaadhaan sitti dhufneDhugumatti nuti dhugaa dubbattoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 62-66 — Suuratu Al-Hijr

62قَالَ إِنَّكُمْ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ
“Dhugumatti, isin ummata wallaalamoodha” jedhe
63قَالُوا بَلْ جِئْنَاكَ بِمَا كَانُوا فِيهِ يَمْتَرُونَ
“Dhugumatti nuti waan isaan isa keessatti shakkaa turaniin sitti dhufne” jedhan
64وَأَتَيْنَاكَ بِالْحَقِّ وَإِنَّا لَصَادِقُونَ
“Dhugaadhaan sitti dhufneDhugumatti nuti dhugaa dubbattoota
65فَأَسْرِ بِأَهْلِكَ بِقِطْعٍ مِّنَ اللَّيْلِ وَاتَّبِعْ أَدْبَارَهُمْ وَلَا يَلْتَفِتْ مِنكُمْ أَحَدٌ وَامْضُوا حَيْثُ تُؤْمَرُونَ
Cittuu halkan irraa taateen maatii keetiin deemi; Duuba isaanii hordofiIsin irraa namni tokkos of duuba hin mil’atin; gara iddoo ajajamtaniis deemaa.”
66وَقَضَيْنَا إِلَيْهِ ذَٰلِكَ الْأَمْرَ أَنَّ دَابِرَ هَٰؤُلَاءِ مَقْطُوعٌ مُّصْبِحِينَ
“Ajaja sanas xumurri warra sanii bariifattoota ta’anii kutamaadha” jechuun gara isaatti murteessine
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 64

Suuratu Al-Hijr Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Dhugaadhaan sitti dhufneDhugumatti nuti dhugaa dubbattoota

Suuratu Aayah 64/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers