Al-Hijr · 86/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
إِنَّ رَبَّكَ هُوَ الْخَلَّاقُ الْعَلِيمُ ۝٨٦
Inna Rabbaka Huwal khallaaqul `aleem
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin kees isatu akkaan uumaa, beekaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 84-88 — Suuratu Al-Hijr

84فَمَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Wanti isaan hojjataa turan isaan irraa homaa hin deebifne
85وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ ۗ وَإِنَّ السَّاعَةَ لَآتِيَةٌ ۖ فَاصْفَحِ الصَّفْحَ الْجَمِيلَ
Samii, dachiifi wantoota gidduu isaan lamaanii dhugaadhaan malee hin uumneDhugumatti Qiyaamaanis dhuftuudhaIrraa gara galuu gaarii ta’e gara gali
86إِنَّ رَبَّكَ هُوَ الْخَلَّاقُ الْعَلِيمُ
Rabbiin kees isatu akkaan uumaa, beekaadha
87وَلَقَدْ آتَيْنَاكَ سَبْعًا مِّنَ الْمَثَانِي وَالْقُرْآنَ الْعَظِيمَ
Dhugumatti Nuti deddeebi’aa irraa torbaafi Qur’aana guddaa siif kenninee jirra
88لَا تَمُدَّنَّ عَيْنَيْكَ إِلَىٰ مَا مَتَّعْنَا بِهِ أَزْوَاجًا مِّنْهُمْ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِلْمُؤْمِنِينَ
Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee ija kee lamaan hin diriirsin; Isaan irrattis hin gaddin; kooluu ija keetiis Mu’uminootaaf gadi qabi
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
86Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 86

Suuratu Al-Hijr Aayah 86 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin kees isatu akkaan uumaa, beekaadha

Suuratu Aayah 86/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 84–88. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers