An-Nahl · 118/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَعَلَى الَّذِينَ هَادُوا حَرَّمْنَا مَا قَصَصْنَا عَلَيْكَ مِن قَبْلُ ۖ وَمَا ظَلَمْنَاهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ ۝١١٨
Wa `alal lazeena haadoo harramnaa ma qasasnaa `alaika min qablu wa maa zalamanaahum wa laakin kaanoo anfusahum wa laakin kaanoo anfusahum yazlimoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan yahuudota ta’an irrattis waan kana dura siif himne dhorgaa taasifnee jirraNuti waa isaan hin miinee, garuu isaan lubbuu isaanii kan miidhan turan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 116-120 — An-Nahl

116وَلَا تَقُولُوا لِمَا تَصِفُ أَلْسِنَتُكُمُ الْكَذِبَ هَٰذَا حَلَالٌ وَهَٰذَا حَرَامٌ لِّتَفْتَرُوا عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ ۚ إِنَّ الَّذِينَ يَفْتَرُونَ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ لَا يُفْلِحُونَ
Rabbirratti kijiba uumuuf jettanii waan arrabni keessan kijiba dubbatuun “kun hayyamamaadha; kun immoo dhorgamaadha” hin jedhinaaDhugumatti isaan Rabbirratti soba odeessan hin milkaa’anu
117مَتَاعٌ قَلِيلٌ وَلَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ
(Isaaniif) qananii xiqqootu jira(Aakhiraatti immoo) isaaniif adabbii laalessaatu jira
118وَعَلَى الَّذِينَ هَادُوا حَرَّمْنَا مَا قَصَصْنَا عَلَيْكَ مِن قَبْلُ ۖ وَمَا ظَلَمْنَاهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ
Isaan yahuudota ta’an irrattis waan kana dura siif himne dhorgaa taasifnee jirraNuti waa isaan hin miinee, garuu isaan lubbuu isaanii kan miidhan turan
119ثُمَّ إِنَّ رَبَّكَ لِلَّذِينَ عَمِلُوا السُّوءَ بِجَهَالَةٍ ثُمَّ تَابُوا مِن بَعْدِ ذَٰلِكَ وَأَصْلَحُوا إِنَّ رَبَّكَ مِن بَعْدِهَا لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
San booda Gooftaan kee isaan wallaalumaan hamtuu dalaganii sana booda tawbatanii (hojii isaanii) tolchan, dhugumatti Gooftaan kee ishee booda araaramaa, rahmata godhaadha
120إِنَّ إِبْرَاهِيمَ كَانَ أُمَّةً قَانِتًا لِّلَّهِ حَنِيفًا وَلَمْ يَكُ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Dhugumatti Ibraahiim ogganaa Rabbiif ajajamaa, qajeelaa tureMushrikoota irraa hin taane
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
118Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 118

Suuratu An-Nahl Aayah 118 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan yahuudota ta’an irrattis waan kana dura siif himne dhorgaa…

Suuratu Aayah 118/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 116–120. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers