Ash-Shu'ara · 179/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ ۝١٧٩
Fattaqul laaha wa atee`oon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhadhaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 177-181 — Suuratu Ash-Shu'ara

177إِذْ قَالَ لَهُمْ شُعَيْبٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo Shu’ayb isaaniin jedhu: “sila Rabbiin hin sodaattanuu
178إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
179فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhadhaa
180وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
181۞ أَوْفُوا الْكَيْلَ وَلَا تَكُونُوا مِنَ الْمُخْسِرِينَ
Safara guutaa; [haqa namaa] hir’iftoota irraa hin ta’inaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
179Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 179

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 179 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhadhaa

Suuratu Aayah 179/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 177–181. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Friday, October 2, 2026

Don't forget us in your sincere prayers