Ash-Shu'ara · 180/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ ۝١٨٠
Wa maaa as`alukum `alaihi min ajrin in ajriya illaa `alaa Rabbil `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 178-182 — Ash-Shu'ara

178إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
179فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhadhaa
180وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
181۞ أَوْفُوا الْكَيْلَ وَلَا تَكُونُوا مِنَ الْمُخْسِرِينَ
Safara guutaa; [haqa namaa] hir’iftoota irraa hin ta’inaa
182وَزِنُوا بِالْقِسْطَاسِ الْمُسْتَقِيمِ
Madaala sirrii ta’een madaalaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
180Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 180

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 180 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan…

Suuratu Aayah 180/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 178–182. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers