Ash-Shu'ara · 65/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَأَنجَيْنَا مُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُ أَجْمَعِينَ ۝٦٥
Wa anjainaa Moosaa wa mam ma`ahooo ajma`een
📖 Afaan Oromoon
Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine
🎧 Caqasi

📜 Aayah 63-67 — Ash-Shu'ara

63فَأَوْحَيْنَا إِلَىٰ مُوسَىٰ أَنِ اضْرِب بِّعَصَاكَ الْبَحْرَ ۖ فَانفَلَقَ فَكَانَ كُلُّ فِرْقٍ كَالطَّوْدِ الْعَظِيمِ
Gara Muusaatti “ulee keetiin galaana rukuti” jechuun wahyii goone[Yeroma inni dhahu] qoqqoodamee Kutaan qoodama isaa hunduu akka gaara guddaa ta’e
64وَأَزْلَفْنَا ثَمَّ الْآخَرِينَ
Bakka sanattis warra biraa dhiheessine
65وَأَنجَيْنَا مُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُ أَجْمَعِينَ
Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine
66ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsine
67إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
65Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 65

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 65 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine

Suuratu Aayah 65/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 63–67. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers