Ash-Shu'ara · 88/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
يَوْمَ لَا يَنفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ ۝٨٨
Yawma laa yanfa`u maalunw wa laa banoon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 86-90 — Ash-Shu'ara

86وَاغْفِرْ لِأَبِي إِنَّهُ كَانَ مِنَ الضَّالِّينَ
Abbaa kiyyaafis araaramiDhugumatti, inni jallattoota irraa ta’eera
87وَلَا تُخْزِنِي يَوْمَ يُبْعَثُونَ
Guyyaa isaan (gabroonni) kaafamanis na hin xinneessin.”
88يَوْمَ لَا يَنفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ
Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne
89إِلَّا مَنْ أَتَى اللَّهَ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee
90وَأُزْلِفَتِ الْجَنَّةُ لِلْمُتَّقِينَ
[Guyyaa] Jannannis warra Rabbiin sodaataniif dhiheeffamte
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
88Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 88

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne

Suuratu Aayah 88/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers