Ash-Shu'ara · 89/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِلَّا مَنْ أَتَى اللَّهَ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ ۝٨٩
Illaa man atal laaha biqalbin saleem
📖 Afaan Oromoon
Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 87-91 — Suuratu Ash-Shu'ara

87وَلَا تُخْزِنِي يَوْمَ يُبْعَثُونَ
Guyyaa isaan (gabroonni) kaafamanis na hin xinneessin.”
88يَوْمَ لَا يَنفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ
Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne
89إِلَّا مَنْ أَتَى اللَّهَ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee
90وَأُزْلِفَتِ الْجَنَّةُ لِلْمُتَّقِينَ
[Guyyaa] Jannannis warra Rabbiin sodaataniif dhiheeffamte
91وَبُرِّزَتِ الْجَحِيمُ لِلْغَاوِينَ
[Guyyaa] Ibiddi jahannamis jallattootaaf muldhifamte
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
89Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 89

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 89 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee

Suuratu Aayah 89/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 87–91. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers