Ash-Shu'ara · 90/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَأُزْلِفَتِ الْجَنَّةُ لِلْمُتَّقِينَ ۝٩٠
Wa uzlifatil Jannatu lilmuttaqeen
📖 Afaan Oromoon
[Guyyaa] Jannannis warra Rabbiin sodaataniif dhiheeffamte

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 88-92 — Suuratu Ash-Shu'ara

88يَوْمَ لَا يَنفَعُ مَالٌ وَلَا بَنُونَ
Guyyaa qabeenyiifi ilmaanis homaa hin fayyadne
89إِلَّا مَنْ أَتَى اللَّهَ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee
90وَأُزْلِفَتِ الْجَنَّةُ لِلْمُتَّقِينَ
[Guyyaa] Jannannis warra Rabbiin sodaataniif dhiheeffamte
91وَبُرِّزَتِ الْجَحِيمُ لِلْغَاوِينَ
[Guyyaa] Ibiddi jahannamis jallattootaaf muldhifamte
92وَقِيلَ لَهُمْ أَيْنَ مَا كُنتُمْ تَعْبُدُونَ
[Guyyaa] “wanti isin gabbaraa turtan eessa jiru?” isaaniin jedhame
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
90Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 90

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 90 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Guyyaa] Jannannis warra Rabbiin sodaataniif dhiheeffamte

Suuratu Aayah 90/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 88–92. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers