Ash-Shu'ara · 97/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
تَاللَّهِ إِن كُنَّا لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ ۝٩٧
Tallaahi in kunnaa lafee dalaalim mubeen
📖 Afaan Oromoon
Allaahn kakannee! Nuti dhugumatti jallina ifa ta’e keessa turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 95-99 — Suuratu Ash-Shu'ara

95وَجُنُودُ إِبْلِيسَ أَجْمَعُونَ
Waraanni Ibliis hunduu (ni darbaman)
96قَالُوا وَهُمْ فِيهَا يَخْتَصِمُونَ
Isaan ishee keessatti wal falmaa ni jedhu
97تَاللَّهِ إِن كُنَّا لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Allaahn kakannee! Nuti dhugumatti jallina ifa ta’e keessa turre
98إِذْ نُسَوِّيكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Yeroo Gooftaa aalama hundaatti isin qixxeessinu san
99وَمَا أَضَلَّنَا إِلَّا الْمُجْرِمُونَ
Ficiltoota malee homtuu nu hin jallisne
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
97Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 97

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 97 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Allaahn kakannee! Nuti dhugumatti jallina ifa ta’e keessa turre

Suuratu Aayah 97/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 95–99. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers