Ash-Shu'ara · 98/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِذْ نُسَوِّيكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ ۝٩٨
Iz nusawweekum bi Rabbil `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Gooftaa aalama hundaatti isin qixxeessinu san

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 96-100 — Suuratu Ash-Shu'ara

96قَالُوا وَهُمْ فِيهَا يَخْتَصِمُونَ
Isaan ishee keessatti wal falmaa ni jedhu
97تَاللَّهِ إِن كُنَّا لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Allaahn kakannee! Nuti dhugumatti jallina ifa ta’e keessa turre
98إِذْ نُسَوِّيكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Yeroo Gooftaa aalama hundaatti isin qixxeessinu san
99وَمَا أَضَلَّنَا إِلَّا الْمُجْرِمُونَ
Ficiltoota malee homtuu nu hin jallisne
100فَمَا لَنَا مِن شَافِعِينَ
Araarsitoonni tokkollee nuuf hin jiru
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
98Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 98

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 98 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Gooftaa aalama hundaatti isin qixxeessinu san

Suuratu Aayah 98/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 96–100. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers