Ar-Rum · 18/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
وَلَهُ الْحَمْدُ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَعَشِيًّا وَحِينَ تُظْهِرُونَ ۝١٨
Wa lahul hamdu fis samaawaati wal ardi wa `ashiyyanw wa heena tuzhiroon
📖 Afaan Oromoon
Samiifi dachii keessattis faaruun hundi kan Isaati; waaree boodaafi yeroo waareetti seentanis isa faarsaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Ar-Rum

16وَأَمَّا الَّذِينَ كَفَرُوا وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا وَلِقَاءِ الْآخِرَةِ فَأُولَٰئِكَ فِي الْعَذَابِ مُحْضَرُونَ
Warri kafaranii keeyyattoota keenyaafi qunnamtii Aakhiraa sobsiisan immoo, isaan sun adabbii keessa fidamoodha
17فَسُبْحَانَ اللَّهِ حِينَ تُمْسُونَ وَحِينَ تُصْبِحُونَ
Yeroo dhiisifattaniifi yeroo bariisifattanis, qulqullina isaan malu Allaah (qulqulleessaa)
18وَلَهُ الْحَمْدُ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَعَشِيًّا وَحِينَ تُظْهِرُونَ
Samiifi dachii keessattis faaruun hundi kan Isaati; waaree boodaafi yeroo waareetti seentanis isa faarsaa
19يُخْرِجُ الْحَيَّ مِنَ الْمَيِّتِ وَيُخْرِجُ الْمَيِّتَ مِنَ الْحَيِّ وَيُحْيِي الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا ۚ وَكَذَٰلِكَ تُخْرَجُونَ
(Inni) jiraa du’aa irraa baasa; du’aas jiraa irraa baasaDachiis erga isheen duutee booda jiraachisaAkkuma kanatti kaafamtu
20وَمِنْ آيَاتِهِ أَنْ خَلَقَكُم مِّن تُرَابٍ ثُمَّ إِذَا أَنتُم بَشَرٌ تَنتَشِرُونَ
(Rabbiin) biyyee irraa isin (abbaa keessan) uumuufi san booda isin yeroma san namoota dachii keessa faffaca’u ta’uun mallattoolee isaa irraayyi
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 18

Suuratu Ar-Rum Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samiifi dachii keessattis faaruun hundi kan Isaati; waaree boodaafi yeroo…

Suuratu Aayah 18/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers