As-Saffat · 104/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَنَادَيْنَاهُ أَن يَا إِبْرَاهِيمُ ۝١٠٤
Wa naadainaahu ai yaaaa Ibraheem
📖 Afaan Oromoon
Nutis “Yaa Ibraahiim!” jechuun itti lallabne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 102-106 — Suuratu As-Saffat

102فَلَمَّا بَلَغَ مَعَهُ السَّعْيَ قَالَ يَا بُنَيَّ إِنِّي أَرَىٰ فِي الْمَنَامِ أَنِّي أَذْبَحُكَ فَانظُرْ مَاذَا تَرَىٰ ۚ قَالَ يَا أَبَتِ افْعَلْ مَا تُؤْمَرُ ۖ سَتَجِدُنِي إِن شَاءَ اللَّهُ مِنَ الصَّابِرِينَ
Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma kiyya! Ani abjuu keessatti kan si gorra’un argeWaan siif mul’atu ilaali.” (Ilmis) ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! Waan ajajamte dalagiYoo Rabbiin fedhe obsitoota irraa ta’uu na argita.”
103فَلَمَّا أَسْلَمَا وَتَلَّهُ لِلْجَبِينِ
Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse
104وَنَادَيْنَاهُ أَن يَا إِبْرَاهِيمُ
Nutis “Yaa Ibraahiim!” jechuun itti lallabne
105قَدْ صَدَّقْتَ الرُّؤْيَا ۚ إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
“Abjuu (kee) dhugoomsiteettaNuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina.”
106إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْبَلَاءُ الْمُبِينُ
Dhugumatti, kun mokkoroo ifa galaadha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
104Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 104

Suuratu As-Saffat Aayah 104 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nutis “Yaa Ibraahiim!” jechuun itti lallabne

Suuratu Aayah 104/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 102–106. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers