As-Saffat · 105/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
قَدْ صَدَّقْتَ الرُّؤْيَا ۚ إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ ۝١٠٥
Qad saddaqtar ru`yaa; innaa kazaalika najzil muhsineen
📖 Afaan Oromoon
“Abjuu (kee) dhugoomsiteettaNuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 103-107 — Suuratu As-Saffat

103فَلَمَّا أَسْلَمَا وَتَلَّهُ لِلْجَبِينِ
Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse
104وَنَادَيْنَاهُ أَن يَا إِبْرَاهِيمُ
Nutis “Yaa Ibraahiim!” jechuun itti lallabne
105قَدْ صَدَّقْتَ الرُّؤْيَا ۚ إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
“Abjuu (kee) dhugoomsiteettaNuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina.”
106إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْبَلَاءُ الْمُبِينُ
Dhugumatti, kun mokkoroo ifa galaadha
107وَفَدَيْنَاهُ بِذِبْحٍ عَظِيمٍ
Gorra’amaa guddaadhaan isa furre
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
105Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 105

Suuratu As-Saffat Aayah 105 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Abjuu (kee) dhugoomsiteettaNuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina.”

Suuratu Aayah 105/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 103–107. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers