As-Saffat · 140/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
إِذْ أَبَقَ إِلَى الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ ۝١٤٠
Iz abaqa ilal fulkil mash hoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo gara doonii (fe’isaan) guutamee sokke [yaadadhu]

🎧 Caqasi


📜 Aayah 138-142 — As-Saffat

138وَبِاللَّيْلِ ۗ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Halkanis (irra qaxxaamurtu); sila sammuu hin qabdanii
139وَإِنَّ يُونُسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, (nabi) Yuunusis ergamtoota irraayi
140إِذْ أَبَقَ إِلَى الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Yeroo gara doonii (fe’isaan) guutamee sokke [yaadadhu]
141فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ الْمُدْحَضِينَ
(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e
142فَالْتَقَمَهُ الْحُوتُ وَهُوَ مُلِيمٌ
Haala komatamaa ta’een qurxummiin isa liqimse
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
140Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 140

Suuratu As-Saffat Aayah 140 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo gara doonii (fe’isaan) guutamee sokke [yaadadhu]

Suuratu Aayah 140/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 138–142. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers