An-Nisa · 132/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ وَكِيلًا ۝١٣٢
Wa lillaahi maa fis samaawaati wa maa fil ard; wa kafaa billaahi Wakeelaa
📖 Afaan Oromoon
Wantoonni samiifi dachii keessaa hundi kan RabbiitiHirkoodhaaf Rabbumatu ga’aadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 130-134 — Suuratu An-Nisa

130وَإِن يَتَفَرَّقَا يُغْنِ اللَّهُ كُلًّا مِّن سَعَتِهِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ وَاسِعًا حَكِيمًا
Yoo isaan adda ba’an, Rabbiin hundaayyuu tola Isaa irraa ni duroomsaRabbiin (kenni isaa) balaa, ogeessa taeera
131وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ وَلَقَدْ وَصَّيْنَا الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ مِن قَبْلِكُمْ وَإِيَّاكُمْ أَنِ اتَّقُوا اللَّهَ ۚ وَإِن تَكْفُرُوا فَإِنَّ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ غَنِيًّا حَمِيدًا
Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan RabbiitiDhugumatti warra isin dura kitaaba kennamaniifi isiniifis Rabbiin sodaadhaa jechuu dhaamnee jirraYoo kafartanis Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan RabbiitiRabbiin dureessa, faarfamaa ta’eera
132وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ وَكِيلًا
Wantoonni samiifi dachii keessaa hundi kan RabbiitiHirkoodhaaf Rabbumatu ga’aadha
133إِن يَشَأْ يُذْهِبْكُمْ أَيُّهَا النَّاسُ وَيَأْتِ بِآخَرِينَ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَلَىٰ ذَٰلِكَ قَدِيرًا
Yaa namootaa! (Rabbiin) yoo fedhe isin deemsisee warra biraa fidaRabbiin kana irratti danda’aa taeera
134مَّن كَانَ يُرِيدُ ثَوَابَ الدُّنْيَا فَعِندَ اللَّهِ ثَوَابُ الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ سَمِيعًا بَصِيرًا
Namni mindaa addunyaa kan fedhu tae, mindaan addunyaafi Aakhiraa Rabbiin bira qofa jiraRabbiin dhaga’aa, argaa ta’eera
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
132Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 132

Suuratu An-Nisa Aayah 132 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wantoonni samiifi dachii keessaa hundi kan RabbiitiHirkoodhaaf Rabbumatu ga’aadha

Suuratu Aayah 132/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 130–134. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers