Al-Waqi'ah · 85/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
وَنَحْنُ أَقْرَبُ إِلَيْهِ مِنكُمْ وَلَٰكِن لَّا تُبْصِرُونَ ۝٨٥
Wa nahnu aqrabu ilaihi minkum wa laakil laa tubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra
🎧 Caqasi

📜 Aayah 83-87 — Al-Waqi'ah

83فَلَوْلَا إِذَا بَلَغَتِ الْحُلْقُومَ
Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)
84وَأَنتُمْ حِينَئِذٍ تَنظُرُونَ
Odoo yeroo san isin ilaaltanuu
85وَنَحْنُ أَقْرَبُ إِلَيْهِ مِنكُمْ وَلَٰكِن لَّا تُبْصِرُونَ
Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra
86فَلَوْلَا إِن كُنتُمْ غَيْرَ مَدِينِينَ
Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa)
87تَرْجِعُونَهَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
85Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 85

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 85 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo…

Suuratu Aayah 85/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 83–87. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers