Al-Waqi'ah · 86/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
فَلَوْلَا إِن كُنتُمْ غَيْرَ مَدِينِينَ ۝٨٦
Falaw laaa in kuntum ghira madeeneen
📖 Afaan Oromoon
Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 84-88 — Suuratu Al-Waqi'ah

84وَأَنتُمْ حِينَئِذٍ تَنظُرُونَ
Odoo yeroo san isin ilaaltanuu
85وَنَحْنُ أَقْرَبُ إِلَيْهِ مِنكُمْ وَلَٰكِن لَّا تُبْصِرُونَ
Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra
86فَلَوْلَا إِن كُنتُمْ غَيْرَ مَدِينِينَ
Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa)
87تَرْجِعُونَهَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu
88فَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُقَرَّبِينَ
Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
86Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 86

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 86 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa)

Suuratu Aayah 86/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 84–88. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers