Al-An'am · 15/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
قُلْ إِنِّي أَخَافُ إِنْ عَصَيْتُ رَبِّي عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ ۝١٥
Qul inneee akhaafu in `asaitu Rabbee `azaaba Yawmin `Azeem
📖 Afaan Oromoon
Ani yoon Gooftaa kiyya faallesseef adabbii guyyaa guddaan sodaadha" jedhi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 13-17 — Al-An'am

13۞ وَلَهُ مَا سَكَنَ فِي اللَّيْلِ وَالنَّهَارِ ۚ وَهُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Wanti halkaniifi guyyaa keessa callises kan RabbiitiInni dhagayaa, beekaadhas
14قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَتَّخِذُ وَلِيًّا فَاطِرِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَهُوَ يُطْعِمُ وَلَا يُطْعَمُ ۗ قُلْ إِنِّي أُمِرْتُ أَنْ أَكُونَ أَوَّلَ مَنْ أَسْلَمَ ۖ وَلَا تَكُونَنَّ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Sila Rabbii uumaa samiifi dachii, inni kan nyaachisu hin nyaanne taeen alan gabbaramaa tolfadhaa?" jedhi"Ani jalqaba nama Rabbiif bulee tauuttin ajajameMushrikoota irraas hin tain (jedhameera)" jedhi
15قُلْ إِنِّي أَخَافُ إِنْ عَصَيْتُ رَبِّي عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Ani yoon Gooftaa kiyya faallesseef adabbii guyyaa guddaan sodaadha" jedhi
16مَّن يُصْرَفْ عَنْهُ يَوْمَئِذٍ فَقَدْ رَحِمَهُ ۚ وَذَٰلِكَ الْفَوْزُ الْمُبِينُ
Namni guyyaa san isa (adabicha) irraa deebifame, dhugumatti (Rabbiin) isa mararfateeraKun milkii guddaadha
17وَإِن يَمْسَسْكَ اللَّهُ بِضُرٍّ فَلَا كَاشِفَ لَهُ إِلَّا هُوَ ۖ وَإِن يَمْسَسْكَ بِخَيْرٍ فَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Yoo Rabbiin miidhaan si tuqe, Isa malee deemsisaan isaaf hin jiruYoo toltuudhaan isin tuqes, Inni waan hunda irratti danda’aadha
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 15

Suuratu Al-An'am Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani yoon Gooftaa kiyya faallesseef adabbii guyyaa guddaan sodaadha" jedhi

Suuratu Aayah 15/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers