Al-A'raf · 113/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
وَجَاءَ السَّحَرَةُ فِرْعَوْنَ قَالُوا إِنَّ لَنَا لَأَجْرًا إِن كُنَّا نَحْنُ الْغَالِبِينَ ۝١١٣
Wa jaaa`as saharatu Fir`awna qaaloo inna lanaa la ajjran in kunnaa nahnul ghaalibeen
📖 Afaan Oromoon
Saahiroonni gara Fir’awni dhufanii "yoo nuti kan injifannu taane mindaan nuuf jiraa?" jedhan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 111-115 — Al-A'raf

111قَالُوا أَرْجِهْ وَأَخَاهُ وَأَرْسِلْ فِي الْمَدَائِنِ حَاشِرِينَ
[Isaan] ni jedhan: "isaafi obboleessa isaa tursiisiMagaalota keessas walitti qabdoota ergi
112يَأْتُوكَ بِكُلِّ سَاحِرٍ عَلِيمٍ
Saahiree beekaa hundaan sitti dhufu
113وَجَاءَ السَّحَرَةُ فِرْعَوْنَ قَالُوا إِنَّ لَنَا لَأَجْرًا إِن كُنَّا نَحْنُ الْغَالِبِينَ
Saahiroonni gara Fir’awni dhufanii "yoo nuti kan injifannu taane mindaan nuuf jiraa?" jedhan
114قَالَ نَعَمْ وَإِنَّكُمْ لَمِنَ الْمُقَرَّبِينَ
[Inni] "EeyyeenIsin warra (natti) dhiyeeffamu irraayi" jedheen
115قَالُوا يَا مُوسَىٰ إِمَّا أَن تُلْقِيَ وَإِمَّا أَن نَّكُونَ نَحْنُ الْمُلْقِينَ
Yaa Muusaa! Situ (ulee kee dura) darbatamoo nutu warra darbatu taana" jedhan
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
113Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 113

Suuratu Al-A'raf Aayah 113 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Saahiroonni gara Fir’awni dhufanii "yoo nuti kan injifannu taane mindaan…

Suuratu Aayah 113/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 111–115. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers