Al-A'raf · 198/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-A'raf
وَإِن تَدْعُوهُمْ إِلَى الْهُدَىٰ لَا يَسْمَعُوا ۖ وَتَرَاهُمْ يَنظُرُونَ إِلَيْكَ وَهُمْ لَا يُبْصِرُونَ ۝١٩٨
Wa in tad`oohum ilal hudaa laa yasm`oo wa taraahum yanzuroona ilaika wa hum laa yubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Yoo gara qajeelumaa isaan waamtanis hin dhagaanuKan isaan homaa hin argine taanii gara kee ilaalanu argita

🎧 Caqasi


📜 Aayah 196-200 — Al-A'raf

196إِنَّ وَلِيِّيَ اللَّهُ الَّذِي نَزَّلَ الْكِتَابَ ۖ وَهُوَ يَتَوَلَّى الصَّالِحِينَ
Dhugumatti, jaalalleen kiyya Rabbii Isa kitaaba buuseedhaInni warra toltuu hojjatan ni gargaara" (jedhiin)
197وَالَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِهِ لَا يَسْتَطِيعُونَ نَصْرَكُمْ وَلَا أَنفُسَهُمْ يَنصُرُونَ
Warri isin Isaa gaditti gabbartan isin gargaaruus ta’ee lubbuu isaanii gargaaruu hin danda’anu
198وَإِن تَدْعُوهُمْ إِلَى الْهُدَىٰ لَا يَسْمَعُوا ۖ وَتَرَاهُمْ يَنظُرُونَ إِلَيْكَ وَهُمْ لَا يُبْصِرُونَ
Yoo gara qajeelumaa isaan waamtanis hin dhagaanuKan isaan homaa hin argine taanii gara kee ilaalanu argita
199خُذِ الْعَفْوَ وَأْمُرْ بِالْعُرْفِ وَأَعْرِضْ عَنِ الْجَاهِلِينَ
Haala (namootaa irraa isa) laafaa qabadhu; toltuuttis ajaji; wallaalaa irraahis gara gali
200وَإِمَّا يَنزَغَنَّكَ مِنَ الشَّيْطَانِ نَزْغٌ فَاسْتَعِذْ بِاللَّهِ ۚ إِنَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ
Yoo garagalchaan shayxaana irraa ta’e tokko (ajaja Rabbii irraa) si bute Rabbitti maganfadhuDhugumatti, Inni dhagayaa, argaadha
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
198Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 198

Suuratu Al-A'raf Aayah 198 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo gara qajeelumaa isaan waamtanis hin dhagaanuKan isaan homaa hin…

Suuratu Aayah 198/206 — Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-A'raf Caqasi, Al-A'raf Hiikkaa, Al-A'raf mp3, Al-A'raf pdf. Aayah 196–200. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers