Nuh · 7/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Nuh
وَإِنِّي كُلَّمَا دَعَوْتُهُمْ لِتَغْفِرَ لَهُمْ جَعَلُوا أَصَابِعَهُمْ فِي آذَانِهِمْ وَاسْتَغْشَوْا ثِيَابَهُمْ وَأَصَرُّوا وَاسْتَكْبَرُوا اسْتِكْبَارًا ۝٧
Wa inee kullamaa da`awtuhum litaghfira lahum ja`alooo asaabi`ahum fee aazaanihim wastaghshaw siyaabahum wa asaarroo wastakbarus tikbaaraa
📖 Afaan Oromoon
Akka Ati isaaniif araaramtuuf dhawaata ani isaan waamuun qubbeen isaanii gurra isaanii keessa kaa’anii uffata isaanii haguuggatanii (badii) itti fufan; booniinsa boonan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 5-9 — Nuh

5قَالَ رَبِّ إِنِّي دَعَوْتُ قَوْمِي لَيْلًا وَنَهَارًا
(Nuuhiin) ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Ani ummata kiyya halkaniifi guyyaan waame
6فَلَمْ يَزِدْهُمْ دُعَائِي إِلَّا فِرَارًا
Waamichi kiyya (dhugaa irraa) baqa malee homaa isaaniif hin daballe
7وَإِنِّي كُلَّمَا دَعَوْتُهُمْ لِتَغْفِرَ لَهُمْ جَعَلُوا أَصَابِعَهُمْ فِي آذَانِهِمْ وَاسْتَغْشَوْا ثِيَابَهُمْ وَأَصَرُّوا وَاسْتَكْبَرُوا اسْتِكْبَارًا
Akka Ati isaaniif araaramtuuf dhawaata ani isaan waamuun qubbeen isaanii gurra isaanii keessa kaa’anii uffata isaanii haguuggatanii (badii) itti fufan; booniinsa boonan
8ثُمَّ إِنِّي دَعَوْتُهُمْ جِهَارًا
Ergasii lallabeen isaan waame
9ثُمَّ إِنِّي أَعْلَنتُ لَهُمْ وَأَسْرَرْتُ لَهُمْ إِسْرَارًا
Achi boodas ani ifan isaaniif godhe; hasaasuus isaanittin hasaase
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Nuh 7

Suuratu Nuh Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka Ati isaaniif araaramtuuf dhawaata ani isaan waamuun qubbeen isaanii…

Suuratu Aayah 7/28 — Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Nuh Caqasi, Nuh Hiikkaa, Nuh mp3, Nuh pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers