Nuh · 6/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
فَلَمْ يَزِدْهُمْ دُعَائِي إِلَّا فِرَارًا ۝٦
Falam yazid hum du`aaa `eee illaa firaaraa
📖 Afaan Oromoon
Waamichi kiyya (dhugaa irraa) baqa malee homaa isaaniif hin daballe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Nuh

4يَغْفِرْ لَكُم مِّن ذُنُوبِكُمْ وَيُؤَخِّرْكُمْ إِلَىٰ أَجَلٍ مُّسَمًّى ۚ إِنَّ أَجَلَ اللَّهِ إِذَا جَاءَ لَا يُؤَخَّرُ ۖ لَوْ كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Dilii keessan irraa isiniif araarama; hanga yeroo murtaaeettis isin tursiisaBeellamni Rabbii yeroo dhufe booda hin aanfamuOdoo kan beektan taatanii (silaa isa malee hin gabbartanu)
5قَالَ رَبِّ إِنِّي دَعَوْتُ قَوْمِي لَيْلًا وَنَهَارًا
(Nuuhiin) ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Ani ummata kiyya halkaniifi guyyaan waame
6فَلَمْ يَزِدْهُمْ دُعَائِي إِلَّا فِرَارًا
Waamichi kiyya (dhugaa irraa) baqa malee homaa isaaniif hin daballe
7وَإِنِّي كُلَّمَا دَعَوْتُهُمْ لِتَغْفِرَ لَهُمْ جَعَلُوا أَصَابِعَهُمْ فِي آذَانِهِمْ وَاسْتَغْشَوْا ثِيَابَهُمْ وَأَصَرُّوا وَاسْتَكْبَرُوا اسْتِكْبَارًا
Akka Ati isaaniif araaramtuuf dhawaata ani isaan waamuun qubbeen isaanii gurra isaanii keessa kaa’anii uffata isaanii haguuggatanii (badii) itti fufan; booniinsa boonan
8ثُمَّ إِنِّي دَعَوْتُهُمْ جِهَارًا
Ergasii lallabeen isaan waame
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Nuh 6

Suuratu Nuh Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waamichi kiyya (dhugaa irraa) baqa malee homaa isaaniif hin daballe

Suuratu Aayah 6/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers