Al-Qiyamah · 5/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
بَلْ يُرِيدُ الْإِنسَانُ لِيَفْجُرَ أَمَامَهُ ۝٥
Bal yureedul insaanu liyafjura amaamah
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti namni fuuldura isaa (Qiyaamaa) sobsiisuu fedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Qiyamah

3أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَلَّن نَّجْمَعَ عِظَامَهُ
Sila namni lafee isaa walitti hin qabnuu yaadaa
4بَلَىٰ قَادِرِينَ عَلَىٰ أَن نُّسَوِّيَ بَنَانَهُ
Eeyyeen (walitti ni qabna)(Nuti) qubbeen isaatuu akka turanitti deebifnee sirreessuu irratti dandaoodha
5بَلْ يُرِيدُ الْإِنسَانُ لِيَفْجُرَ أَمَامَهُ
Dhugumatti namni fuuldura isaa (Qiyaamaa) sobsiisuu fedha
6يَسْأَلُ أَيَّانَ يَوْمُ الْقِيَامَةِ
Guyyaan Qiyaamaa yoomii?"gaafata
7فَإِذَا بَرِقَ الْبَصَرُ
(Guyyaan sun) yeroo ijji dhamaatu
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 5

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti namni fuuldura isaa (Qiyaamaa) sobsiisuu fedha

Suuratu Aayah 5/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers