Al-Hijr · 15/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
لَقَالُوا إِنَّمَا سُكِّرَتْ أَبْصَارُنَا بَلْ نَحْنُ قَوْمٌ مَّسْحُورُونَ ۝١٥
Laqaaloo innamaa sukkirat absaarunaa bal nahnu qawmum mashooroon
📖 Afaan Oromoon
Silaa “ijuma keenyatu cufameInumaa nuti ummata sihriin itti godhameedha” jedhu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 13-17 — Al-Hijr

13لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ ۖ وَقَدْ خَلَتْ سُنَّةُ الْأَوَّلِينَ
Isatti hin amananuDhugumatti, gochi (adabbiin) warra duraanii dabartee jirti (wanti isaan tuqe isaan kanas ni tuqa)
14وَلَوْ فَتَحْنَا عَلَيْهِم بَابًا مِّنَ السَّمَاءِ فَظَلُّوا فِيهِ يَعْرُجُونَ
Odoo balbala samii irraa ta’e isaan irratti bannee, ishee keessa kan ol ba’an ta’anii
15لَقَالُوا إِنَّمَا سُكِّرَتْ أَبْصَارُنَا بَلْ نَحْنُ قَوْمٌ مَّسْحُورُونَ
Silaa “ijuma keenyatu cufameInumaa nuti ummata sihriin itti godhameedha” jedhu
16وَلَقَدْ جَعَلْنَا فِي السَّمَاءِ بُرُوجًا وَزَيَّنَّاهَا لِلنَّاظِرِينَ
Nuti dhugumatti samii keessattis urjiilee gugurdaa taasifnee, namoota ilaalaniif ishee miidhagsinee jirra
17وَحَفِظْنَاهَا مِن كُلِّ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ
Sheyxaana darbatamaa hunda irraas ishee tiiksine
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 15

Suuratu Al-Hijr Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Silaa “ijuma keenyatu cufameInumaa nuti ummata sihriin itti godhameedha” jedhu

Suuratu Aayah 15/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers