Al-Hijr · 66/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hijr
وَقَضَيْنَا إِلَيْهِ ذَٰلِكَ الْأَمْرَ أَنَّ دَابِرَ هَٰؤُلَاءِ مَقْطُوعٌ مُّصْبِحِينَ ۝٦٦
Wa qadainaaa ilaihi zaalikal amra anna daabira haaa`ulaaa`i maqtoo`um musbiheen
📖 Afaan Oromoon
“Ajaja sanas xumurri warra sanii bariifattoota ta’anii kutamaadha” jechuun gara isaatti murteessine
🎧 Caqasi

📜 Aayah 64-68 — Al-Hijr

64وَأَتَيْنَاكَ بِالْحَقِّ وَإِنَّا لَصَادِقُونَ
“Dhugaadhaan sitti dhufneDhugumatti nuti dhugaa dubbattoota
65فَأَسْرِ بِأَهْلِكَ بِقِطْعٍ مِّنَ اللَّيْلِ وَاتَّبِعْ أَدْبَارَهُمْ وَلَا يَلْتَفِتْ مِنكُمْ أَحَدٌ وَامْضُوا حَيْثُ تُؤْمَرُونَ
Cittuu halkan irraa taateen maatii keetiin deemi; Duuba isaanii hordofiIsin irraa namni tokkos of duuba hin mil’atin; gara iddoo ajajamtaniis deemaa.”
66وَقَضَيْنَا إِلَيْهِ ذَٰلِكَ الْأَمْرَ أَنَّ دَابِرَ هَٰؤُلَاءِ مَقْطُوعٌ مُّصْبِحِينَ
“Ajaja sanas xumurri warra sanii bariifattoota ta’anii kutamaadha” jechuun gara isaatti murteessine
67وَجَاءَ أَهْلُ الْمَدِينَةِ يَسْتَبْشِرُونَ
Jiraattonni magaalaas kan wal gammachiisan ta’anii dhufan
68قَالَ إِنَّ هَٰؤُلَاءِ ضَيْفِي فَلَا تَفْضَحُونِ
(Luuxis ni jedhe): “Dhugumatti, isaan kun keessumoota kiyyaa, nan saaxilinaa” jedhe
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
66Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 66

Suuratu Al-Hijr Aayah 66 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ajaja sanas xumurri warra sanii bariifattoota ta’anii kutamaadha” jechuun gara…

Suuratu Aayah 66/99 — Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hijr Caqasi, Al-Hijr Hiikkaa, Al-Hijr mp3, Al-Hijr pdf. Aayah 64–68. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers