Al-Hijr · 67/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَجَاءَ أَهْلُ الْمَدِينَةِ يَسْتَبْشِرُونَ ۝٦٧
Wa jaaa`a ahlul madeenati yastabshiroon
📖 Afaan Oromoon
Jiraattonni magaalaas kan wal gammachiisan ta’anii dhufan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 65-69 — Suuratu Al-Hijr

65فَأَسْرِ بِأَهْلِكَ بِقِطْعٍ مِّنَ اللَّيْلِ وَاتَّبِعْ أَدْبَارَهُمْ وَلَا يَلْتَفِتْ مِنكُمْ أَحَدٌ وَامْضُوا حَيْثُ تُؤْمَرُونَ
Cittuu halkan irraa taateen maatii keetiin deemi; Duuba isaanii hordofiIsin irraa namni tokkos of duuba hin mil’atin; gara iddoo ajajamtaniis deemaa.”
66وَقَضَيْنَا إِلَيْهِ ذَٰلِكَ الْأَمْرَ أَنَّ دَابِرَ هَٰؤُلَاءِ مَقْطُوعٌ مُّصْبِحِينَ
“Ajaja sanas xumurri warra sanii bariifattoota ta’anii kutamaadha” jechuun gara isaatti murteessine
67وَجَاءَ أَهْلُ الْمَدِينَةِ يَسْتَبْشِرُونَ
Jiraattonni magaalaas kan wal gammachiisan ta’anii dhufan
68قَالَ إِنَّ هَٰؤُلَاءِ ضَيْفِي فَلَا تَفْضَحُونِ
(Luuxis ni jedhe): “Dhugumatti, isaan kun keessumoota kiyyaa, nan saaxilinaa” jedhe
69وَاتَّقُوا اللَّهَ وَلَا تُخْزُونِ
“Rabbiin sodaadhaa; anas hin xiqqeessinaa.”
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 67

Suuratu Al-Hijr Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jiraattonni magaalaas kan wal gammachiisan ta’anii dhufan

Suuratu Aayah 67/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers