Al-Hijr · 68/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ إِنَّ هَٰؤُلَاءِ ضَيْفِي فَلَا تَفْضَحُونِ ۝٦٨
Qaala inna haaa`ulaaa`i daifee falaa tafdahoon
📖 Afaan Oromoon
(Luuxis ni jedhe): “Dhugumatti, isaan kun keessumoota kiyyaa, nan saaxilinaa” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 66-70 — Suuratu Al-Hijr

66وَقَضَيْنَا إِلَيْهِ ذَٰلِكَ الْأَمْرَ أَنَّ دَابِرَ هَٰؤُلَاءِ مَقْطُوعٌ مُّصْبِحِينَ
“Ajaja sanas xumurri warra sanii bariifattoota ta’anii kutamaadha” jechuun gara isaatti murteessine
67وَجَاءَ أَهْلُ الْمَدِينَةِ يَسْتَبْشِرُونَ
Jiraattonni magaalaas kan wal gammachiisan ta’anii dhufan
68قَالَ إِنَّ هَٰؤُلَاءِ ضَيْفِي فَلَا تَفْضَحُونِ
(Luuxis ni jedhe): “Dhugumatti, isaan kun keessumoota kiyyaa, nan saaxilinaa” jedhe
69وَاتَّقُوا اللَّهَ وَلَا تُخْزُونِ
“Rabbiin sodaadhaa; anas hin xiqqeessinaa.”
70قَالُوا أَوَلَمْ نَنْهَكَ عَنِ الْعَالَمِينَ
(Namoonni magaalattiis) “Sila nuti aalama (keessummeessuu) irraa si hin dhorginee?” jedhan
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 68

Suuratu Al-Hijr Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Luuxis ni jedhe): “Dhugumatti, isaan kun keessumoota kiyyaa, nan saaxilinaa”…

Suuratu Aayah 68/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers