Al-Hijr · 84/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
فَمَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ ۝٨٤
Famaaa aghnaa `anhum maa kaanoo yaksiboon
📖 Afaan Oromoon
Wanti isaan hojjataa turan isaan irraa homaa hin deebifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 82-86 — Suuratu Al-Hijr

82وَكَانُوا يَنْحِتُونَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا آمِنِينَ
Of amanoo ta’anii gaarreen irraas manneen isaanii uraa turaniiru
83فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ مُصْبِحِينَ
Bariifatoo ta’anii iyyansi isaan qabatte
84فَمَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Wanti isaan hojjataa turan isaan irraa homaa hin deebifne
85وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ ۗ وَإِنَّ السَّاعَةَ لَآتِيَةٌ ۖ فَاصْفَحِ الصَّفْحَ الْجَمِيلَ
Samii, dachiifi wantoota gidduu isaan lamaanii dhugaadhaan malee hin uumneDhugumatti Qiyaamaanis dhuftuudhaIrraa gara galuu gaarii ta’e gara gali
86إِنَّ رَبَّكَ هُوَ الْخَلَّاقُ الْعَلِيمُ
Rabbiin kees isatu akkaan uumaa, beekaadha
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
84Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 84

Suuratu Al-Hijr Aayah 84 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti isaan hojjataa turan isaan irraa homaa hin deebifne

Suuratu Aayah 84/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 82–86. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers