Al-Hijr · 91/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
الَّذِينَ جَعَلُوا الْقُرْآنَ عِضِينَ ۝٩١
Allazeena ja`alul Quraana`ideen
📖 Afaan Oromoon
Isaan Qur’aana garee taasisan (gariitti amananii garitti kafaran)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 89-93 — Suuratu Al-Hijr

89وَقُلْ إِنِّي أَنَا النَّذِيرُ الْمُبِينُ
“Dhugumatti ani, anatu sodaachisaa ifa galaadha” jedhi
90كَمَا أَنزَلْنَا عَلَى الْمُقْتَسِمِينَ
Akkuma qoqqooddattoota irratti buufne
91الَّذِينَ جَعَلُوا الْقُرْآنَ عِضِينَ
Isaan Qur’aana garee taasisan (gariitti amananii garitti kafaran)
92فَوَرَبِّكَ لَنَسْأَلَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ
Gooftaa keetti kakannee! dhugumatti hunda isaanii ni gaafanna
93عَمَّا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Waan isaan dalagaa turan irraa
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
91Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 91

Suuratu Al-Hijr Aayah 91 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Qur’aana garee taasisan (gariitti amananii garitti kafaran)

Suuratu Aayah 91/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 89–93. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers