Al-Hijr · 90/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
كَمَا أَنزَلْنَا عَلَى الْمُقْتَسِمِينَ ۝٩٠
Kamaaa anzalnaa `alal muqtasimeen
📖 Afaan Oromoon
Akkuma qoqqooddattoota irratti buufne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 88-92 — Suuratu Al-Hijr

88لَا تَمُدَّنَّ عَيْنَيْكَ إِلَىٰ مَا مَتَّعْنَا بِهِ أَزْوَاجًا مِّنْهُمْ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِلْمُؤْمِنِينَ
Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee ija kee lamaan hin diriirsin; Isaan irrattis hin gaddin; kooluu ija keetiis Mu’uminootaaf gadi qabi
89وَقُلْ إِنِّي أَنَا النَّذِيرُ الْمُبِينُ
“Dhugumatti ani, anatu sodaachisaa ifa galaadha” jedhi
90كَمَا أَنزَلْنَا عَلَى الْمُقْتَسِمِينَ
Akkuma qoqqooddattoota irratti buufne
91الَّذِينَ جَعَلُوا الْقُرْآنَ عِضِينَ
Isaan Qur’aana garee taasisan (gariitti amananii garitti kafaran)
92فَوَرَبِّكَ لَنَسْأَلَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ
Gooftaa keetti kakannee! dhugumatti hunda isaanii ni gaafanna
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
90Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 90

Suuratu Al-Hijr Aayah 90 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akkuma qoqqooddattoota irratti buufne

Suuratu Aayah 90/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 88–92. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers