Taha · 17/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
وَمَا تِلْكَ بِيَمِينِكَ يَا مُوسَىٰ ۝١٧
Wa maa tilka bi yamee nika yaa Moosaa
📖 Afaan Oromoon
Yaa Muusaa! Wanti harka mirgaa kee keessa jiru sun maali?”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Taha

15إِنَّ السَّاعَةَ آتِيَةٌ أَكَادُ أُخْفِيهَا لِتُجْزَىٰ كُلُّ نَفْسٍ بِمَا تَسْعَىٰ
Dhugumatti, Qiyaamaan dhufaa jirtii akka lubbuun hundi waan hojjatte mindeeffamtuuf jecha (of irraa) ishee dhoksuuttin dhihaadha
16فَلَا يَصُدَّنَّكَ عَنْهَا مَن لَّا يُؤْمِنُ بِهَا وَاتَّبَعَ هَوَاهُ فَتَرْدَىٰ
Namni isheetti hin amanin, kan fedhii isaa hordofe ishee irraa gara si hin galchin! (Yoo isa hordofte) ni badda.”
17وَمَا تِلْكَ بِيَمِينِكَ يَا مُوسَىٰ
Yaa Muusaa! Wanti harka mirgaa kee keessa jiru sun maali?”
18قَالَ هِيَ عَصَايَ أَتَوَكَّأُ عَلَيْهَا وَأَهُشُّ بِهَا عَلَىٰ غَنَمِي وَلِيَ فِيهَا مَآرِبُ أُخْرَىٰ
(Muusaan) ni jedhe: “Isheen ulee kiyya; ishee irrattin hirkadha; Re’ee kiyyaafis isheenin (baala mukaa) harcaasaIshee keessa anaaf dhimmi biraas ni jira.”
19قَالَ أَلْقِهَا يَا مُوسَىٰ
(Rabbiin) ni jedhe: “yaa Muusaa! Ishee darbi.”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Taha 17

Suuratu Taha Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa Muusaa! Wanti harka mirgaa kee keessa jiru sun maali?”

Suuratu Aayah 17/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers