Al-Mu'minun · 36/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
۞ هَيْهَاتَ هَيْهَاتَ لِمَا تُوعَدُونَ ۝٣٦
Haihaata haihaata limaa too`adoon
📖 Afaan Oromoon
Wanti isin ittiin dinniinamtan (qabrii irraa kaafamuun) fagaate! fagaate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Al-Mu'minun

34وَلَئِنْ أَطَعْتُم بَشَرًا مِّثْلَكُمْ إِنَّكُمْ إِذًا لَّخَاسِرُونَ
Yoo nama akka keessaniitiif ajajamtan, dhugumatti isin yoos hoonga’oodha
35أَيَعِدُكُمْ أَنَّكُمْ إِذَا مِتُّمْ وَكُنتُمْ تُرَابًا وَعِظَامًا أَنَّكُم مُّخْرَجُونَ
Sila isin erga duutanii biyyeefi lafee taatanii booda deebitanii (qabrii keessaa) baafamtu (jedhee) isin baallamaa
36۞ هَيْهَاتَ هَيْهَاتَ لِمَا تُوعَدُونَ
Wanti isin ittiin dinniinamtan (qabrii irraa kaafamuun) fagaate! fagaate
37إِنْ هِيَ إِلَّا حَيَاتُنَا الدُّنْيَا نَمُوتُ وَنَحْيَا وَمَا نَحْنُ بِمَبْعُوثِينَ
Isheen jireenya keenya addunyaa malee kan biraatii mitiNuti ni duuna; ni jiraannasNuti kaafamoo miti
38إِنْ هُوَ إِلَّا رَجُلٌ افْتَرَىٰ عَلَى اللَّهِ كَذِبًا وَمَا نَحْنُ لَهُ بِمُؤْمِنِينَ
Inni namicha Rabbi irratti soba odeessu malee waan biraa mitiNutis isaaf amanoo hin taane.”
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 36

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti isin ittiin dinniinamtan (qabrii irraa kaafamuun) fagaate! fagaate

Suuratu Aayah 36/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers