Ash-Shu'ara · 188/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
قَالَ رَبِّي أَعْلَمُ بِمَا تَعْمَلُونَ ۝١٨٨
Qaala Rabbeee a`lamu bimaa ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
[Inni] ni jedhe: “Gooftaan kiyya waan isin dalagdan beekaadha.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 186-190 — Ash-Shu'ara

186وَمَا أَنتَ إِلَّا بَشَرٌ مِّثْلُنَا وَإِن نَّظُنُّكَ لَمِنَ الْكَاذِبِينَ
Ati nama fakkii keenyaa malee (uumaa biroo) hin taane; nutis sobdoota irraa ta’uu si yaadna
187فَأَسْقِطْ عَلَيْنَا كِسَفًا مِّنَ السَّمَاءِ إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
Yoo warra dhugaa dubbatan irraa taate samii irraa cittuu wahii nurratti kuffisi” [jedhaniin]
188قَالَ رَبِّي أَعْلَمُ بِمَا تَعْمَلُونَ
[Inni] ni jedhe: “Gooftaan kiyya waan isin dalagdan beekaadha.”
189فَكَذَّبُوهُ فَأَخَذَهُمْ عَذَابُ يَوْمِ الظُّلَّةِ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Isa sobsiisanAdabbiin guyyaa gaaddisaa (duumessa gurraachaa) isaan qabateDhugumatti, inni adabbii guyyaa guddaa ta’eera
190إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
188Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 188

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 188 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Inni] ni jedhe: “Gooftaan kiyya waan isin dalagdan beekaadha.”

Suuratu Aayah 188/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 186–190. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers