Ash-Shu'ara · 207/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
مَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يُمَتَّعُونَ ۝٢٠٧
Maaa aghnaaa `anhum maa kaanoo yumaatoo`oon
📖 Afaan Oromoon
Wanti isaan ittiin qanani’aa turan [adaba Rabbii irraa] maal isaan irraa deebisa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 205-209 — Ash-Shu'ara

205أَفَرَأَيْتَ إِن مَّتَّعْنَاهُمْ سِنِينَ
Mee naaf himi! Odoo waggoota hedduuf isaan qanansiifnee
206ثُمَّ جَاءَهُم مَّا كَانُوا يُوعَدُونَ
Sana booda wanti isaan ittiin akeekkachiifamaa turan isaanitti dhufee
207مَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يُمَتَّعُونَ
Wanti isaan ittiin qanani’aa turan [adaba Rabbii irraa] maal isaan irraa deebisa
208وَمَا أَهْلَكْنَا مِن قَرْيَةٍ إِلَّا لَهَا مُنذِرُونَ
Magaalaa tokkollee akeekkachiisaan isaaniif jiraatu malee isaan hin balleessine
209ذِكْرَىٰ وَمَا كُنَّا ظَالِمِينَ
[Kun] yaadachiisa; Nuti miidhaa hojjattoota hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
207Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 207

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 207 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti isaan ittiin qanani’aa turan [adaba Rabbii irraa] maal isaan…

Suuratu Aayah 207/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 205–209. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers