Ash-Shu'ara · 221/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
هَلْ أُنَبِّئُكُمْ عَلَىٰ مَن تَنَزَّلُ الشَّيَاطِينُ ۝٢٢١
Hal unabbi`ukum `alaa man tanazzalush Shayaateen
📖 Afaan Oromoon
Sheyxaanonni eenyu irratti akka bu’an isinitti himuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 219-223 — Suuratu Ash-Shu'ara

219وَتَقَلُّبَكَ فِي السَّاجِدِينَ
[Isa] sochiiwwan ati warra sagadan keessatti gootu [argu irratti hirkadhu]
220إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Dhugumatti, Inni Isatu argaa, beekaadha
221هَلْ أُنَبِّئُكُمْ عَلَىٰ مَن تَنَزَّلُ الشَّيَاطِينُ
Sheyxaanonni eenyu irratti akka bu’an isinitti himuu
222تَنَزَّلُ عَلَىٰ كُلِّ أَفَّاكٍ أَثِيمٍ
Kijibaa, badii hojjataa hunda irratti buuti
223يُلْقُونَ السَّمْعَ وَأَكْثَرُهُمْ كَاذِبُونَ
Wanta dhagahanis [waa himtuu irratti] gadi buusuIrra baay’een isaanii immo kijibdoota
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
221Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 221

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 221 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sheyxaanonni eenyu irratti akka bu’an isinitti himuu

Suuratu Aayah 221/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 219–223. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers