Ash-Shu'ara · 222/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
تَنَزَّلُ عَلَىٰ كُلِّ أَفَّاكٍ أَثِيمٍ ۝٢٢٢
Tanazzalu `alaa kulli affaakin aseem
📖 Afaan Oromoon
Kijibaa, badii hojjataa hunda irratti buuti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 220-224 — Suuratu Ash-Shu'ara

220إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Dhugumatti, Inni Isatu argaa, beekaadha
221هَلْ أُنَبِّئُكُمْ عَلَىٰ مَن تَنَزَّلُ الشَّيَاطِينُ
Sheyxaanonni eenyu irratti akka bu’an isinitti himuu
222تَنَزَّلُ عَلَىٰ كُلِّ أَفَّاكٍ أَثِيمٍ
Kijibaa, badii hojjataa hunda irratti buuti
223يُلْقُونَ السَّمْعَ وَأَكْثَرُهُمْ كَاذِبُونَ
Wanta dhagahanis [waa himtuu irratti] gadi buusuIrra baay’een isaanii immo kijibdoota
224وَالشُّعَرَاءُ يَتَّبِعُهُمُ الْغَاوُونَ
Walaleessitoota jallattootatu isaan hordofa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
222Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 222

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 222 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kijibaa, badii hojjataa hunda irratti buuti

Suuratu Aayah 222/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 220–224. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers