Ash-Shu'ara · 220/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ ۝٢٢٠
Innahoo Huwas Samee`ul `Aleem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Inni Isatu argaa, beekaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 218-222 — Suuratu Ash-Shu'ara

218الَّذِي يَرَاكَ حِينَ تَقُومُ
Isa yeroo ati dhaabbattu si argu [irratti hirkadhu]
219وَتَقَلُّبَكَ فِي السَّاجِدِينَ
[Isa] sochiiwwan ati warra sagadan keessatti gootu [argu irratti hirkadhu]
220إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Dhugumatti, Inni Isatu argaa, beekaadha
221هَلْ أُنَبِّئُكُمْ عَلَىٰ مَن تَنَزَّلُ الشَّيَاطِينُ
Sheyxaanonni eenyu irratti akka bu’an isinitti himuu
222تَنَزَّلُ عَلَىٰ كُلِّ أَفَّاكٍ أَثِيمٍ
Kijibaa, badii hojjataa hunda irratti buuti
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
220Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 220

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 220 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Inni Isatu argaa, beekaadha

Suuratu Aayah 220/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 218–222. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers