Ash-Shu'ara · 226/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَأَنَّهُمْ يَقُولُونَ مَا لَا يَفْعَلُونَ ۝٢٢٦
Wa annahum yaqooloona ma laa yaf`aloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti isaan waan hin dalagne kan dubbatan ta’uu [hin agartuu]

🎧 Caqasi


📜 Aayah 224-227 — Ash-Shu'ara

224وَالشُّعَرَاءُ يَتَّبِعُهُمُ الْغَاوُونَ
Walaleessitoota jallattootatu isaan hordofa
225أَلَمْ تَرَ أَنَّهُمْ فِي كُلِّ وَادٍ يَهِيمُونَ
Isaan dhugumatti sulula (bowwaa) hunda keessa akka seenan hin agartuu
226وَأَنَّهُمْ يَقُولُونَ مَا لَا يَفْعَلُونَ
Dhugumatti isaan waan hin dalagne kan dubbatan ta’uu [hin agartuu]
227إِلَّا الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ وَذَكَرُوا اللَّهَ كَثِيرًا وَانتَصَرُوا مِن بَعْدِ مَا ظُلِمُوا ۗ وَسَيَعْلَمُ الَّذِينَ ظَلَمُوا أَيَّ مُنقَلَبٍ يَنقَلِبُونَ
Warra amananiifi gaggaarii hojjatan, kan baay’inaan Rabbiin faarsan, erga miidhamanii booda [walaloodhaan] of irraa deebisan [harka kaffalatan] malee[Isaan hin komatanu]Isaan miidhaa dalaganis [eega du’anii booda] deebifama akkamii akka deebifaman beekuuf jiru
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
226Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 226

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 226 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti isaan waan hin dalagne kan dubbatan ta’uu [hin agartuu]

Suuratu Aayah 226/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 224–227. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers