Ash-Shu'ara · 64/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَأَزْلَفْنَا ثَمَّ الْآخَرِينَ ۝٦٤
Wa azlafnaa sammal aakhareen
📖 Afaan Oromoon
Bakka sanattis warra biraa dhiheessine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 62-66 — Suuratu Ash-Shu'ara

62قَالَ كَلَّا ۖ إِنَّ مَعِيَ رَبِّي سَيَهْدِينِ
[Muusaan] ni jedhe: “lakkisaa! Dhugumatti, Gooftaan kiyya na wajjin jiraInni [furmaatatti] na qajeelcha.”
63فَأَوْحَيْنَا إِلَىٰ مُوسَىٰ أَنِ اضْرِب بِّعَصَاكَ الْبَحْرَ ۖ فَانفَلَقَ فَكَانَ كُلُّ فِرْقٍ كَالطَّوْدِ الْعَظِيمِ
Gara Muusaatti “ulee keetiin galaana rukuti” jechuun wahyii goone[Yeroma inni dhahu] qoqqoodamee Kutaan qoodama isaa hunduu akka gaara guddaa ta’e
64وَأَزْلَفْنَا ثَمَّ الْآخَرِينَ
Bakka sanattis warra biraa dhiheessine
65وَأَنجَيْنَا مُوسَىٰ وَمَن مَّعَهُ أَجْمَعِينَ
Muusaafi warra isa waliin turan hundaa ni baraarsine
66ثُمَّ أَغْرَقْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda warra biroo bishaaniin dhidhimsine
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 64

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bakka sanattis warra biraa dhiheessine

Suuratu Aayah 64/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers