As-Saffat · 12/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
بَلْ عَجِبْتَ وَيَسْخَرُونَ ۝١٢
Bal`ajibta wa yaskharoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, (diduu isaanii) dinqisiifattee jirta; isaan immoo ni qoosu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu As-Saffat

10إِلَّا مَنْ خَطِفَ الْخَطْفَةَ فَأَتْبَعَهُ شِهَابٌ ثَاقِبٌ
Warra (wahyii) butiinsa butee, qaanqeen uraa ta’e isa hordofe malee
11فَاسْتَفْتِهِمْ أَهُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَم مَّنْ خَلَقْنَا ۚ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّن طِينٍ لَّازِبٍ
Mee Isaan gaafadhuUumuu keessatti kan irra cimu isaani moo warra uumne kan biraati? Nuti dhoqqee walitti qabattuu irraa isaan uumne
12بَلْ عَجِبْتَ وَيَسْخَرُونَ
Dhugumatti, (diduu isaanii) dinqisiifattee jirta; isaan immoo ni qoosu
13وَإِذَا ذُكِّرُوا لَا يَذْكُرُونَ
Yeroo gorfamanis hin gorfamanu
14وَإِذَا رَأَوْا آيَةً يَسْتَسْخِرُونَ
Yeroo mallattoo arganis ni baacu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 12

Suuratu As-Saffat Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, (diduu isaanii) dinqisiifattee jirta; isaan immoo ni qoosu

Suuratu Aayah 12/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers