As-Saffat · 21/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
هَٰذَا يَوْمُ الْفَصْلِ الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ ۝٢١
Haazaa Yawmul Faslil lazee kuntum bihee tukaziboon
📖 Afaan Oromoon
“Kun Guyyaa murtii kan isin sobsiisaa turtaniidha” (jedhama)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu As-Saffat

19فَإِنَّمَا هِيَ زَجْرَةٌ وَاحِدَةٌ فَإِذَا هُمْ يَنظُرُونَ
Isheen iyyansa tokko qofa; yeroo san isaan ni ilaalu
20وَقَالُوا يَا وَيْلَنَا هَٰذَا يَوْمُ الدِّينِ
“Yaa badii keenya! Kun guyyaa murtiiti” jedhan
21هَٰذَا يَوْمُ الْفَصْلِ الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
“Kun Guyyaa murtii kan isin sobsiisaa turtaniidha” (jedhama)
22۞ احْشُرُوا الَّذِينَ ظَلَمُوا وَأَزْوَاجَهُمْ وَمَا كَانُوا يَعْبُدُونَ
“Isaan miidhaa dalagan, hiriyoota (fakkaatoo) isaaniitiifi waan isaan gabbaraa turanis walitti qabaa” (malaykotaan jedhama)
23مِن دُونِ اللَّهِ فَاهْدُوهُمْ إِلَىٰ صِرَاطِ الْجَحِيمِ
“Rabbiin ala (warra gabbaraa turan walitti qabaa); gara karaa ibidda jahiim isaan qajeelchaa
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 21

Suuratu As-Saffat Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Kun Guyyaa murtii kan isin sobsiisaa turtaniidha” (jedhama)

Suuratu Aayah 21/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers